Garaagarumma foyyeeffata "Anniisaa sochii" gidduu
Gara kallatti ce'i
Gara barbaadutti ce'i
imported>Afaan oromoo guddisii Created by translating the page "Kinetic energy" |
(Garaagarummaa hin qabu)
|
Foyyeeffata reefuu hanga 04:38, 15 Hagayya 2023
Fiiziksii keessatti anniisaan sochii akaakuu anniisaa sababa wanti tokko socho’uutiin qabaatuudha. Fakkeenyaaf, dhagaa ol darbachuu, konkolaataa sochii irra jiru, kubbaa tokko dalga darbachuufi kanneen kana fakkaataniidha. Anniisaan sochii qaama hanga (m) fi ariitii (v) tiin socho’uuf hima herregaa armaan gadiitin ibsama.