Garaagarumma foyyeeffata "Anniisaa Kuufamaa" gidduu
Gara kallatti ce'i
Gara barbaadutti ce'i
imported>Afaan oromoo guddisii Created by translating the page "Potential energy" |
(Garaagarummaa hin qabu)
|
Foyyeeffata reefuu hanga 04:44, 15 Hagayya 2023
Anniisaan kuufamaa sababa wanti tokko ol ka’iinsa lafarraa qabaatun kuufatuudha. Fakkeenyaaf, kubbaa qilleensa keessa ol darbatamte, allaattii qilleensa keessa balaliitu, xiyyaara hawaa keessa balali’uufi kanneen kana fakkaataniidha. Anniisaan kuufamaa wanta hanga (m) qabu kan ol ka’iinsa lafarraa (h) qabaatuu hima herregaa armaan gadiitiin ibsama.