Garaagarumma foyyeeffata "Arfakkuu" gidduu

testwiki irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i
imported>Afaan oromoo guddisii
b Afaan oromoo guddisiin fuula Afrakkuu gara Arfakkuu itti oofe
 
(Garaagarummaa hin qabu)

Foyyeeffata reefuu hanga 17:15, 20 Bitooteessa 2024

Afrakkuu fi sarbii isaa
afrakkuu kaasuun

Afrakkuun boca afur walqixaa fi golee afur kan hunduu kofa sirrii (digrii 90) ta’e dha. Daayaagonaalonni afrakkuu tokkoos kofoota sirrii ta’aniin qaxxaamuru. Kofoon sarbii kamiyyuu fi cinaacha afrakkuu gidduu jiru digrii 45 dha. afrakkuun dacha’oo naanneffannaa afur qaba. Sararoota afur simmeetirii idilee qaba. afrakkuun fiixee A, B, C fi D qabu akka ABCD .

Unkee

Naannawa 4a
Baldhina a2
Dheerinni sarbii 2a