Garaagarumma foyyeeffata "Hima walqixaa sararaawaa" gidduu
Gara kallatti ce'i
Gara barbaadutti ce'i
imported>Afaan oromoo guddisii Created by translating the page "ሊኒያር እኩልዮሽ" |
(Garaagarummaa hin qabu)
|
Foyyeeffata reefuu hanga 10:45, 17 Guraandhala 2024

Hima walqixaa sararaan bifa armaan gadiitiin dhiyaata:
y fi "x" jijjiramaa yoo ta'u m'n maxxantuu(koofishantii) kan bakka bu'u fi b' immoo gatii dhaabataa bakka bu'a .
Himni walqixaa Karaa adda addaatiin barreeffamuu danda’a, fakkeenyaaf:
Yookaan
Yookaan
Yookaan
Yookaan
karaa paarameetrikiitiin
- Fi
Karaa poolaariitiin
Yookaan
Karaa idileetiin
Hundi isaanii wal fakkaata Sababni isaas yeroo gabatee fakkii irratti kaafaman sarara qajeelaa, walqixxaattoo sararaawaa kennu Isaanis Hima walqixaa sararaawaa jedhamu .