Garaagarumma foyyeeffata "Dossoo(Safarla)" gidduu

testwiki irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i
imported>AFAAN-TRANSLATE
No edit summary
 
(Garaagarummaa hin qabu)

Foyyeeffata reefuu hanga 09:39, 30 Waxabajjii 2024

Kutaalee dossoo

Ji'oomeetirii keessatti, dossoo ykn piraamidii ( Afaan ingliziin: Pyramid) danaa jaboo fuulonni cinaachaa rog-sadoota tuqaa tokko irratti wal kiphan ta’anii fi hundeen isaa rog-baay’ee kamiiyyuu ta’ee dha.Tuqaan rog-sadoonni irratti wal kiphan guttiyyoo dossichaa jedhama. Tuqaa kun diriiroo hundee irratti hin argamu. Fuulonni rogsadee dossichaa kan akka ∆BVC, ∆CVD, AVB, AVD′n fuulota cinaachaa jedhamu.

Rogonni fuulota cinaachaa kan rogoota hundee hin ta’iin kan  akka VA, VB, VC fiVD′n rogoota cinaachaa jedhamu.

Hundeen dossoo tokkoo rogbaay’ee kamiyyuu ta’uu danda’a garuu fuulonni cinaachaa yeroo hundaa rogsadee dha.

Unkeelee Dossoo

Baldhina

12pl+2AB

p= naannawa hundee biraamidaa

l = olee shaffaaxaa

AB = Baldhina hundee

Qabee

13(baldhinahundee/AB/)(olee/h/)

Hallaggii dossoo