Diyaameetirii

testwiki irraa
Keessa deebiin kun gaafa 21:18, 7 Adooleessa 2023 imported>Afaan oromoo guddisii irratti (Afaan oromoo guddisiin fuula Diyameetirii gara Diyaameetirii itti oofe)
(gargar) ← Foyyeeffata duraani | Foyyeeffata reefuu (gargar) | Foyyeeffata daran haaraa → (gargar)
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i
gengoo

Ji’oomeetirii keessatti, daayameetira ykn Fullataa geengoo kutaa sarara qajeelaa kamiyyuu kan wiirtuu geengoo keessa darbuu fi tuqaawwan xumuraa isaa geengoo irratti ciisan dha. Akkasumas akka koordiiwwan geengoo dheeraa ta’etti ibsamuu danda’a. Hiikni lamaan daayameetira ispheerii tokkoofs sirrii dha .

d=2ryknr=d2.