Anniisaa sochii

testwiki irraa
Keessa deebiin kun gaafa 04:38, 15 Hagayya 2023 imported>Afaan oromoo guddisii irratti (Created by translating the page "Kinetic energy")
(gargar) ← Foyyeeffata duraani | Foyyeeffata reefuu (gargar) | Foyyeeffata daran haaraa → (gargar)
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

Fiiziksii keessatti anniisaan sochii akaakuu anniisaa sababa wanti tokko socho’uutiin qabaatuudha. Fakkeenyaaf, dhagaa ol darbachuu, konkolaataa sochii irra jiru, kubbaa tokko dalga darbachuufi kanneen kana fakkaataniidha. Anniisaan sochii qaama hanga (m) fi ariitii (v) tiin socho’uuf hima herregaa armaan gadiitin ibsama.

KE=12mv2