Anniisaa Kuufamaa

testwiki irraa
Keessa deebiin kun gaafa 04:44, 15 Hagayya 2023 imported>Afaan oromoo guddisii irratti (Created by translating the page "Potential energy")
(gargar) ← Foyyeeffata duraani | Foyyeeffata reefuu (gargar) | Foyyeeffata daran haaraa → (gargar)
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

Anniisaan kuufamaa sababa wanti tokko ol ka’iinsa lafarraa qabaatun kuufatuudha. Fakkeenyaaf, kubbaa qilleensa keessa ol darbatamte, allaattii qilleensa keessa balaliitu, xiyyaara hawaa keessa balali’uufi kanneen kana fakkaataniidha. Anniisaan kuufamaa wanta hanga (m) qabu kan ol ka’iinsa lafarraa (h) qabaatuu hima herregaa armaan gadiitiin ibsama.

PE=mgh