Lakkoofsa Xaxxamaa

testwiki irraa
Keessa deebiin kun gaafa 04:05, 11 Caamsaa 2024 imported>Mtarch11 irratti (Reverted edit by 196.189.127.21 (talk) to last revision by Afaan oromoo guddisii)
(gargar) ← Foyyeeffata duraani | Foyyeeffata reefuu (gargar) | Foyyeeffata daran haaraa → (gargar)
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i
Lakkoofsi xaxxamaa siiqeen bakka bu’a

Lakkoofsi xaxxamaa ykn kallattii afaan Ingiliffaatiin Complex Number jedhama, garuu maqaan Ingiliffaa dogoggora ykn burjaaja'aa dha. Lakkoofsota kallattii akka waliigalaatti akka a+jb yookiin a+ib tti kan barreeffaman yoo ta’u, a fi b lakkoofsota, fi i (herrega keessatti) yookiin j (elektirikaal injinariingii) lakkoofsota kallattii qulqulluu, fi gatiiwwan isaanii 1 dha.

i yookiin j, sababa lakkoofsa kallattii qulqulluu jedhamaniif

Lakkoofsa sarara qajeelaa(siiqee) x irratti argamu 1n yoo baay’isne sarara walfakkaataa irratti lakkoofsa walfakkaataa arganna. Garuu yoo -1n baay’isne lakkoofsi sun digrii 180o garagalee faallaa kanaa nuuf kenna. Gargalchi digrii 180 garagalcha digrii 90 lama waan barbaaduuf, si’a lama baay’isuun -1 kenna. 1 Erga, egaa lakkoofsi kun lakkoofsa kallattii qulqulluudha.