Aangoo (fiiziksii)

testwiki irraa
Keessa deebiin kun gaafa 10:30, 24 Bitooteessa 2024 imported>Afaan oromoo guddisii irratti
(gargar) ← Foyyeeffata duraani | Foyyeeffata reefuu (gargar) | Foyyeeffata daran haaraa → (gargar)
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

Aangoon, dalagaa yeroo lakkaantoo tokko keessatti dalagaame yookiin annisa yeroo lakkaantoo tokko keessatti faayidaa irra oolee dha.akkuma annisaa fi dalagaa aangoon illee kal-dhabee dha.Yuunitii waltawaan aangoo()JuuliiJsSekondiiyoo ta’u waattii (W)Jedhama.Anniisaan 1J sekondii tokko keessatti yemmuu daddarbu aangoon 1w nidagaagfama.1w = 1J/s

Aangoo waliigalaa

Pavg=ΔWΔt.

kana keessatti

P Aangoo
W dalagaa
t yeroo

Aangoo battalaa

P=limΔt0Pavg=limΔt0ΔWΔt=dWdt.