Hima walqixaa sararaawaa

testwiki irraa
Keessa deebiin kun gaafa 10:45, 17 Guraandhala 2024 imported>Afaan oromoo guddisii irratti (Created by translating the page "ሊኒያር እኩልዮሽ")
(gargar) ← Foyyeeffata duraani | Foyyeeffata reefuu (gargar) | Foyyeeffata daran haaraa → (gargar)
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i
Hima walqixaa sararaawaa Gabatee suuraa Liosh

Hima walqixaa sararaan bifa armaan gadiitiin dhiyaata:

y=mx+b,

y fi "x" jijjiramaa yoo ta'u m'n maxxantuu(koofishantii) kan bakka bu'u fi b' immoo gatii dhaabataa bakka bu'a .

Himni walqixaa Karaa adda addaatiin barreeffamuu danda’a, fakkeenyaaf:

Ax+By+C=0,

Yookaan

Ax+By=C,

Yookaan

yy1=y2y1x2x1(xx1),

Yookaan

xa+yb=1,

Yookaan

karaa paarameetrikiitiin

x=Tt+U
Fi
y=Vt+W.

Karaa poolaariitiin

r=mrcosθ+bsinθ,

Yookaan

Karaa idileetiin

ysinϕ+xcosϕp=0,

Hundi isaanii wal fakkaata Sababni isaas yeroo gabatee fakkii irratti kaafaman sarara qajeelaa, walqixxaattoo sararaawaa kennu Isaanis Hima walqixaa sararaawaa jedhamu .