Loogarizimii

testwiki irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

Loogarizmiin warroomii herregaa kan agarsiisu yoo ta’u, aangessoo hundee kenname tokko lakkoofsa murtaa’e argachuuf gara isaatti ol kaafamuu qaba. Kana jechuun lakkoofsa barbaadame argachuuf hundee sana gara aangoo/powarii akkamii ol kaasuu akka qabnu nutti hima. Herregaa keessatti loogaritmiin akka, . logab tti barreffama yeeroo dubbiisnuu "Loogaritmii x gara Hundee b" fi "lakkoofsi hundee a yoo meeqaan aaangeeffame lakkoofsa b kenna?" Jechuu wajjin tokko. logab=x Ta'e ax=b ta'uu isaati.

fakkeenya:

log39=2 Yeroo dubbifamu "loogaritmiin 9 gara hundee 3tti 2 ta'a" sababni isaas 3 2 = 9.

Amaloota loogaritmii

Amaloota loogaritmii

Amaloonni armaan gadii kallattiin hiika hundee loogaritmii qabu irraa hordofu

a > 0 fi a ≠ 1 ta’a

a c = b → logab=c

a = Hundee

b = bu’aa

c = aangeessoo ykn ekispoonantii

  1. log𝑎 1 = 0 sababnisaa 𝑎0 = 1.
  2. log𝑎 𝑎 = 1 sababnisaa 𝑎1 = 𝑎.
  3. log𝑎 𝑎𝑝 = 𝑝 fi 𝑎log𝑎 𝑝 = 𝑝 . . . Hariiroo fuggisoo
  4. If log𝑎 M = log𝑎 N, then M = N . . . Amala tokko tokkof
  5. loga(bc) =loga|b|+loga|c|(bc>0)
  6. logabc=loga|b|loga|c|(bc>0)
  7. logab=logcblogca
  8. loga(bp)=p loga|b|(bp>0)
  9. logaxk=logakb=1klogab
  10. logaxk=logakb=1klogab
  11. alogcd=dlogca

Warroomii loogaritmii

Caatoowwan warroomii Loogaritmii -- Halluuwwan adda addaa caatoowwan loogaritmii hunde adda addaa qaban bakka bu'u

Faankishiniin loogaritmii  "log" kan agarsiifamu yoo ta'u, qaamolee gurguddoo lama qaba: hundee fi raggaasa(argument). Hundeen lakkoofsa pozaatiivii kamiyyuu 1 ol ta’uu danda’a, 1 mataa isaa  malee. Raggaasni lakkoofsa loogaritmii argachuu barbaannudha.