Qabee

testwiki irraa
Keessa deebiin kun gaafa 18:23, 17 Bitooteessa 2023 imported>Afaan oromoo guddisii irratti
(gargar) ← Foyyeeffata duraani | Foyyeeffata reefuu (gargar) | Foyyeeffata daran haaraa → (gargar)
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

Qabee

Birkoomoota(units):- L,m(3),cm(3),dm(3),ml

Birkooma wataawaa(SI unit):- L

Gosa Safartoota(type of messurment):- Didirrifamoo
Falcha: v=lwh

Qabeen safartuu iddoo garsadii ti .Qabeen hamma bakka wantichi qabatuudha. Qabeen dhangala’oo yeroo baay’ee miililitiraan (ml) safarama. Yuuniitii waaltaawaan qabeen dhangala’oo ittiin safaramu liitira (l) jedhama. Maatariin hunduu suudoowwan ijaan mul’achuuf baay’ee xixiqqoo ta’an irraa tolfaman.