Qabee
Gara kallatti ce'i
Gara barbaadutti ce'i
QabeeBirkoomoota(units):-
Falcha:
Birkooma wataawaa(SI unit):- L Gosa Safartoota(type of messurment):- Didirrifamoo |
Qabeen safartuu iddoo garsadii ti .Qabeen hamma bakka wantichi qabatuudha. Qabeen dhangala’oo yeroo baay’ee miililitiraan (ml) safarama. Yuuniitii waaltaawaan qabeen dhangala’oo ittiin safaramu liitira (l) jedhama. Maatariin hunduu suudoowwan ijaan mul’achuuf baay’ee xixiqqoo ta’an irraa tolfaman.