Caatoo Warroomii

testwiki irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i
Giraafii faankishinichaa f(x)=x3+3x26x84.

  Herrega keessatti, Caatoon warroomii f tuuta tartii cimdii (x,y), yeroo f(x)=y. Haala waliigalaa keessatti bakka x fi f(x) lakkoofsota dhugaa yoo ta'an, lamaan kun cimdiitleeartii qaxxaamuraa(Cartesian coordinates) tuqaawwan diriiroo keessa jiranii yoo ta'an yeroo baay'ee daandii(curve) uumu . Ibsi saxatoo caatoo warroomii tokkoo kadeeddoo(plot) jedhamuunis beekama .

Haala warroomii jijjiiramoota lamaa keessatti – jechuunis faankishiniiwwan mandhee isaanii lamaan of keessaa qabu (x,y) –, caatoon yeroo baay’ee tuuta sadii tartiiba qaban agarsiisa (x,y,z) eessa f(x,y)=z . Kun tuuta xiqqaa iddoo diimeshinii sadii ti ; faankishinii gatii dhugaa walitti fufiinsa qabu jijjiiramoota dhugaa lamaaf, giraafiin isaa fuula uuma, kunis akka pilaatoo fuulaatti mul’achuu danda’a.