Duqunqula

testwiki irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i
Fakkii Duqunqula tokkoo

Herrega keessatti , Duqunqulli boca ji’oomeetirii  garsadee ykn akkamii sadii kan ta’ee fi guutummaatti geengoo fi dacha'oo ta’eedha. Yeroo baayyee tuuta tuqaawwan hunda samii keessa jiran kanneen tuqaa wiirtuu dhaabbataa irraa walqixa fageenya qaban jedhamee ibsama. Fageenyi tuqaa giddugaleessaa irraa gara tuqaa kamiyyuu fuula Duqunqula irratti argamu wiifaa jedhamuun beekama.

Bal’ina Dirraa, naannawa, gamingoo, wiifaa fi Qabee Duqunqula tokkoo shallaguu

Bal’ina Dirraa

Naannawwatitti fayyadamuudhaan: C2π

Gamingoo fayyadamuudhaan: . πd2

Wiifaa fayyadamuun: 4πr2

Qabee fayyadamuudhaan: 6V23π3

Naannawa

Bal’ina dirraa fayyadamuun: πA

Gamingoo fayyadamuudhaan: . πd

Wiifaa fayyadamuun: 2πr

Qabee fayyadamuudhaan: 6V3π23

Gamingoo

Bal’ina dirrafayyadamuun: Aππ

Naannawatti fayyadamuudhaan: Cπ

Wiifaa fayyadamuun:: 2r

Qabee fayyadamuudhaan V36π3

Wiifaa

Bal’ina dirra fayyadamuun: A4π yookaan Aπ2π

Naannawatti fayyadamuudhaan: C2π

Gamingoo fayyadamuudhaan: . d2

Qabee fayyadamuudhaan: 3V4π3=V33π31634V31634 (caalaatti salphaa garuu sirrii hin taane)

Qabee

Bal’ina dirraa fayyadamuun: A3π6π

Naannawatti fayyadamuudhaan: C36π2

gamingoo fayyadamuudhaan: . πd36

Wiifaa fayyadamuun: 4πr33

Hima walqixaa Duqunqula

Koordineetota qaxxamuraa keessatti, walqixxaattoo Duqunqula wiirtuun isaa ( . x0, . y0, . z0 ) akka armaan gadiitti:

(xx0)2+(yy0)2+(zz0)2=r2

r jechuun Wiifaa Duqunqula ti.