Labbaa

testwiki irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i
Rog-sadee sirrii kan haaypoteensii h qabu, kan cinaacha mirgaa c1 fi c2 qabu.

Ji’oomeetirii keessatti, labbaa cinaacha dheeraa roga saddeetii sirrii yoo ta’u, cinaacha faallaa kofa sirrii ta’eedha. Dheerinni isaa safaruun kan danda’amu ti’oorimii Paayitaagooriin fayyadamuun yoo ta’u, kunis akka armaan gadiitti:

Reeshiyoowwan tirigonoomeetirii

bc=sin(β)
deg(β) . bc=
  • rogkofa