Rukkina
Gara kallatti ce'i
Gara barbaadutti ce'i
Wantootni hundinuu bakka qabatu. Bakki kunis qabee jedhama. Rukkinni hanga wantichaa qabee isaatiin hiruun kan argamudha. Qubee girikii ρ(riho) bakka bu'aa. Bifa unkee herregaan immoo rukkunni akka armaan gaditti ibsama: